ችግሩ ከሰዉዬው ተግባር  ይልቅ ዘሩ ወይም ሐይማኖት አይተን  በጭፍን  ጥላቻ  መዘፈቀችን ነው ።መንም  ይሁን የፈለገውን  ብከተል ስራውን  መመዘን አለብን ጭፍን  ጥላቻ  ግን የባሰ የሚጎደው ሁላችም ስላሆነ እንጠንቀቅ ።

Labsiin haaroftii 206/2011 angoo mana murtii naannoo oromiyya hundessuudhaf foya’e bahe maal maal ammata?

Labsiin kun aangoo manniin murtii naannoo oromiyaa bu’ureeffachuudhan heeraa motumma naanno oromiyaa jiddu galeessa godhachuudhan kan foya’ee bahe yoo ta’u labsiin kun garaa garummaa labsii 141/2000 tiin maaltu akka adda taasisuufi walti foyeen labsiin kun taasiise maal akka ta’e kutaa adda addaatin addaan qoodudhaan isiinif dhiyeessuu ilaala.labsii kana keessaati rakkoon gama angootiin turaniifi labsiin 206/2011 ammoo foyyeen inni qabu maalidha akkasumas labsiin 206/2011 rakkoon inni qabu hoo yeroo amma kana maalidha. rakkoon kun hoo furmaata akkamiin wal wojjiin hiikna kan jedhu kutaa adda addaatin mee yaada dhuunfa kooti isiniif dhiyeessu barbaada.isiin yaada kiyya irrati sirri yoo hintaane akka sirreeffaadhu hubannoo gama seeraatin jiru nasirreessuudhaf yaali wojjiin taasifna.

Design a site like this with WordPress.com
Get started